Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa
Tajaajila mootummaa hunda bakka jirtan irraa karaa mijataa, saffisaa fi nageenya qabuun argachuu dandeessu.
Tajaajila mootummaa baay’inaan itti fayyadamnu cuqaasuu muraasa qofaan argachuu
Galmee, Kaardii Kennuu fi Haaromsa Hojii Barbadootaaf
Hayyama Gahumsa Manneen Barnoota Dhuunfaa fi miti mootummaa Kennuu, Haaromsuu, Kan bade bakka buusuu fi deebisuu
Hayyama manneen yaalaa dhuunfaa kennuu
Tajaajila mootummaa toora interneetii irratti argachuuf tartiibawwan salphaa kana hordofaa
Gaaffiiwwan yeroo baay’ee waa’ee tajaajila keenyaa ka’aniif deebii barbaadi